Technology

Learn Speaking English Oromiffa Conversation with Audio – Ethiopian Afaan Oromo S10

A fully offline English Afaan Oromoo Dictionary with 70k words.

Orooroo Dictionary!

Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha.
.
Haa ta’u malee faraja/translation isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa. Akkasumas barnoota babalisuuf, qunnamtii ummataa cimsuuf, saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.
.
Fuulduree/Future
Ammaaf hojiin hojjenne kun gama app Android Dikshinarii Afaan Oromootiin gumaacha guddaa godheera jennee yaanna. Ta’uus garuu kun hanga safara guddina uummatichaa fi qooqichaan gahaadha jennee hin yaannu.
Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis ta’ee qulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaa seenuu barbaanna.

Orooroo Dictionary.Learn Speaking English Oromiffa Conversation with Audio – Ethiopian Afaan Oromo

Learn Speaking English Oromiffa Conversation with Audio – Ethiopian Afaan Oromo

Learn Speaking English Oromo Conversation Language with Audio for Ethiopian and Oromia.
Learn Daily Spoken English Language with Audio.

IT CONTAINS  more than others 19 Topics.
All Contents are by English Language.

Practice Speaking English Language and take a test to improve your English Language skill.

Learn Oromia and English with audio and flash card.

Easy Way to learn English Oromo Language.
It works Offline 
If you Like Rate us on play store.
If you have any comment contact us – najutech1@gmail.com

NajuTech The Choice for All!

download

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button